Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata

Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata.

Garichi Kaleessaa fi Dheengadda Giddugala Leenjii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Taanzaaniyaa fi Istaadiyeemii KMCtti shaakala taasiiseera.

Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 eegalee Istaadiyeemii Azaam Kompileeksitti tapha ramaddii Seekaafaa Garee Kubbaa Miilaa Ugaandaa Umrii waggaa 20 waliin kan taphatu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment