Gareen Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf gita isaa Ikuwaatooriyaal Giinii injifate

Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf Ikuwaatooriyaal Giinii  4-1 injifachuun marsaa itti aanutti darbe .

Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa dubartoota umurii 20 gadii gita isaa Ikuwaatooriyaal Giinii Keessummeesse 4-1 injifachuun tapha marsaa itti aanutti yoo darbu, marsaa itti aanuu Maalii fi Naayijeeriyaa keessaa kan darbe waliin falmata.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment