Garee yakkamtootaa seeratti dhiyeessuu itti fufna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad

Dooktar Abiy har’a waaree booda naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti hoggansa raayyaa ittisa biyyaa fi bulchiinsa yeroo naannichaa waliin mari’ataniiru.

Tajaajilli teelekoomii fi humna elektiriikaa suphaan booda tajaajila bu’uuraa laachaa jiraachuu ibsaniiru.
Deebisanii ijaaruun bu’uuraalee misoomaa fi dhiyeessiin deeggarsa namoomaa itti fufuus eeraniiru.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment