Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Kaameeruunitti imaluuf gaggeessan taasiifame

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) – Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachuuf gara Kaameeruun imaluuf gaggeessan taasiifameera.

Gaggeessaa galgala kana Hoteela Iskaay Laayitiitti taasiifamerratti Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee fi Ministira Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa Mardaasaa dabalatee keessummoonni waamichi taasiifamee argamaniiru.

Obbo Qajeelaa Mardaasaan miseensota garichaa, dursaa garee fi leenjisaa garee biyyaalessaaf Alaabaa Ityoophiyaa kabajaan gumaachaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment