Gamtaan barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo haala waqtaawaa biyyarratti mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Gamtaan barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo haala waqtaawaa biyyarratti magaalaa Bishooftuutti mari’ataa jiru.
Marichi rakkoowwan kuta biyyatti garaagaraatti muudatan furuuf shooraa barattoota dhaabbilee barnoota olaanoorratti kan xiyyeefateedha.
Mariichaan preezdaantoonni gamtaa barattoota yuunvarsiitiiwwan hundarra walitti babba’aan hirmaataa jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment