Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannoo Tigraayitti dhiyeessii deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsi taasifamu akka si’atuuf murtoo walitti bu’iinsa dhaabuu murteessuu isaa dinqisiifate.
Gamtichi dhimmicha ilaalchisee ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen lammiilee deggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsa barbaachisu taasisuuf qophii ta’uu beeksiseera.
Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaaf jecha walitti bu’iinsa dhaabuuf murteessuu guyyaa kaleessaa ibsuun isaa ni yaadatama.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.