Gamtaan aAbbootii Gadaa Oromoo miseensoota Shaneef waamicha dhiyyeessan

Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) – Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo miseensoota Shaneef hidhanii bosana jiraniif waamicha dhiyyeesseera.

Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo miseensoonni shanee bosona jiran karaa nagaan hawaasa isaanitti harkaa akka kennatan waamicha dhiyyeessaniiru.

Miseensonni shanee bosona jiran uummata isaanitti deebi’uun Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamuun garee shororkeessaa ABUT irratti tarkaanfii fudhatamuu akka tumsan Abbootii Gadaa Oromoo kunneen waamicha taasiisaniiru.

Diina kaleesa Uummata Oromoo hirirsaa ture waliin dhabbachuun hawaasa Oromoo kan qanneesse ta’uu ibsaniiru.

Ummanni Oromoo bakka jirutti leenjii loltummaa fudhachuun rakkoo biyyaa isaa irratti dhufaa jiru qolachuuf qopha’uu akka qabu ibsaniiru.

Gammachuu Beekumaatu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment