Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo eebbifame

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC)- Gamoon Yuuniyeenii qonnaan bultoota Amboo baasii Birrii miiliyoona 60 ijaarramee fi yuuniyeenichi warshaan daabboo Birrii miiliyoona 5 bitee har’a eebbifameera.

Sirna eebbichaarratti Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa argamaniiru.

Yuuyeeniin qonnaan bultoota Amboo bara 1991 Waldaa bu’uura aanaa tokkotin kan eegale yoo ta’u, yeroo ammaa aanaalee 18 keessatti waldoota bu’uuraalee 256 fi miseensota dhuunfa kuma 100 oliin horachu ragaan Waajjira kominikeeshinii godina Shawaa Lixaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment