Gamaaggamni Raawwii hojii kurmaana 1ffaa Godinaalee Oromiyaa gaggeeffamaa jira

Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2015 Waajjiraalee Godinaa fi bulchiinsa Magaalotaa Adaamatti gaggeeffamaa jira.

Hanqinaafi ciminaa mul’atan adda baasuun rakkooleef furmaata ariifachisaa kennuun barbachisaa ta’uu Itti gafaatamaa Waajjiraa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Mogos Ida’ee dubbachuu isaanii ragaan Waajjira pireezidaantiirraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment