Gamaaggama gabaasa raawwii hojii bara 2016 fi karoora bara 2017 dhaabbilee waamamtoota Waajjira Ministira Muummee

Finfinnee, Hagayya 2, 2016 (FBC) – Gabaasni raawwii hojii bara 2016 fi karoorri bara 2017 qaama raawwachiiftuu dhaabbilee waamamtoota Waajjira Ministira Muummee gamaaggamameera.

Raawwiin hojii fi hojiirra oolmaan riifoormii qaamolee raawwachiiftuu kanneen jajjabeessaa ta’uu gamaaggamichaan ilaallamuu Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan ibsaniiru.

Kallattiin hojii fuulduraas kaa’amuu Obbo Tamasgeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment