Galmi Afrikaa haala ajaa’ibsiisaan haaromuu isaan Afrikaanoonni hundi baga gammaddan – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Galmi Afrikaa haala ajaa’ibsiisaan haaromuu isaan Afrikaanoonni hundi baga gammaddan jedhan.

Gamoowwan, Gidgiddaawwanii fi Koriidaroonni osoo dubbachuu danda’anii injifannoowwanii fi qormaatilee Afrikaa barootaa dubbatu turan jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment