Galii magaalootaa guddisuun hojii dhabdummaa hir’isuun damee indaastiriif bu’uura kaa’uun ni barbaachisa- aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Galii magaalootaa guddisuun hojii dhabdummaa hir’isuun damee indaastiriif bu’uura kaa’uun akka barbaachisu Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee himan.
Waltajjiin marii misooma indaastirii oomisha gadi aanaa fi giddugaleesaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti kan argaman Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee galii magaalootaa guddisuun hojii dhabdummaa hir’isuun damee indaastiriif bu’uura kaa’uun barbaachisaa akka ta’e ibsaniiru.
Waltajjicharratti hoggantoonni hojii federaalaa fi dhaabbilee garagaraa bulchiinsa magaalaa Finfinnee argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment