Galgala kana taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa ni taphatamu

Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC) –Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan galgala ni taphatamu.

Haaluma kanaan Baayirmuunik Koppan Hagan, Galatasaarayi Manchiistar Yuunaayitid, Arsenaal Leens waliin taphatu.

Gama Arsenaaliin Bukaayoo Saakaafi Toomas Paarteen ni hiriiru jedhame.

Taphoota biroon Riyaal Maadiriidi Naappooli, Intarmiilan Benefikaa waliin taphoonni gaggeeffaman ni eegamu.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment