Gadaan gadaa quufaa, gabbinaafi barri bara qananii nuuf haa ta’u-hirmaattota

Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee bara 2015 haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.

Ayyaanicha irratti sabaafi sablamoonni biyyattii garaagaraa hirmaataniiru.

Ayyaanichi haala gaariifi hawwataa ta’een kabajamaa jiraachuu hirmaattonni ayyaanichaa Faanaa Broodkaastiing Korporeetitti himaniiru.

Gadaan gadaa quufaa, gabbinaafi barri bara qananii akka ta’u hawwaniiru.

kana malees tokkummaan uummata Oromoofi uummata biyyattii daran akka cimu akkasumas nagaanyaafi guddina biyyattiif hawwii qaban ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment