Gadaan Dharraa haarome

Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Dharraatti sirni Gadaa Oromoo haarome.

Sirnichi bakka abbootiin Gadaa, hoggansi amantaa, hoggansi godinaa fi aanaa, maanguddoonni, qeerroo fi qarreewwan keessummummaan argamanitti gaggeeffameera.

Haaromsa Gadaa kanarratti abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa fi abbootiin Gadaa miseensota gumii 7 argamaniiru.

Comments (0)
Add Comment