Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Gabaasa Lammiileen Ityoophiyaa 25 Maalaawwii keessatti du’anii argaman jedhamuun tatamsaa’aa jiru qulqullaa’aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Dhimmicha ilaalchisee mootummaa Maalaawwii waliin hojiin qulqulleessuu hojjetamaa jiraachuu ministeerichi ibsa baaseen himeera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.