Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 480 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 3 lubbuu isaanii dhabaniiru

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 480 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 3 lubbuu isaanii dhabaniiru.
Sa’aa 24 darbeetin qorannaan samuudaa 4968 kan hojjetame yoo ta’u, 480 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksiseera.
Waliigalaan Ityoophiyaatti qorannaadhan vaayrasichi kan irratti argame 110,554 qaqqabeera.
Waliigalaan kan dandamatan 74,917, kan lubbuu isaanii dhaban ammoo 1709 qaqqabeera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment