Gabaa Dilbataatin bittaan oomishaalee qonnaa fi indaastirii Birrii miiliyoona 48 ol raawwate

Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Gabaa Dilbataatin bittaan oomishaalee qonnaa fi indaastirii Birrii miiliyoona 48 ol raawwachuu Ejansiin Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Torbee 7ffaa kan qabatee gabaan Dilbataa oomishaalee qonnaa fi indastirii baldhinaan hawaasaaf gatii madalawaan ta’een dhiyeessuu ibsameera.

Gabaan Dilbataa kun kutaa magaalootaa 5 keessaatti kan eegalee turee yoo ta’u, gaaffii waliinga’iinsa hawaasaa bu’ureeffachuun kutaa magaalootaa 11 keessaatti hojiin bittaa baldhinaan akka dhiyaatuu taasifamu ibsameera.

Kanaafis gabaa Dilbataatin bittaan oomishaalee qonnaa fi indaastirii Birrii miiliyoona 48 ol raawwaachuu ragaan waajjira Prees Seekretariyaati magaalaa Finfinneerra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment