Gaazexeessitootaa fi ogeeyyii kaameeraa miidiyaa Asiraatiif mirgi wabii eeyyamame.

Finfinnee,  Qaamme 2, 2012(FBC)- Gaazexeessitootaa fi ogeeyyii kaameeraa miidiyaa Asiraatiif mirgi wabii eeyyamame.

Gaazexeessitootaa fi ogeeyyii kaameeraa miidiyaa Asiraatii kan ta’an ogeessota afuriif mirgi wabii eeyyamameera.

Guyyaa har’a mana murtii sadarkaa duraa Araadaatti dhiyaachuun gaaffii mirgi wabii akka eegamuuf dhiyeessaan fudhachuun manni murtichaa tokkoon tokkoon isaani wabii Birrii kuma 10 akka bahan eeyyameera.

Taariik Addunyaatu gabaase.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment