Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan du’aan addunyaa kanarraa boqote.
Gaazexeessaa Asfaawu Mashashaan dhukkubaa mudateeniin Ameerikaatti wal’aanamaa turuun guyyaa har’aa Addunyaa kanarraa boqoteera.
Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet maatii fi firoottan isaaf jajjabina hawwa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.