Gaazexeesaa Gannaanaa Makuriyaan du’aan boqote

Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Gaazexeessaa Gannaanaa Makuriyaa addunyaa kanarraa du’aan boqote.

Gaazexeessaa Gannaanaan dhukkubsachuun wal’aanamaa utuu jiruu har’a du’aan boqochuu maatiin isaanii beeksisaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment