Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Gaarummaan haala, iddoo fi yeroo kamiiyuu jireenya dhala namaaf waan barbaachisu laachuu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Qaammee 3, guyyaa Gaarummaa sababeffachuun ergaa dabarsaniin, Gaarummaan ilaalcha qajeelaa, kennuu fi gaarii hojjechuu ta’uu ibsaniiru.
Biyyi Gaarummaan Itti heddummatu Badhaadhinaaf dhiyoodha jedhan fuula feesbuukii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.