Gaambeellaatti namoonni maallaqa sobaa baay’isuun shakkaman 2 to’ataman

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namoonni maallaqa sobaa baay’isuun shakkaman 2 to’atamaniiru.

Namoonni dhuunfaan kunneen lammiilee Naayijeeriyaa fi Koongoo ta’uu ibsameera.

Namoonni kunneen eeruu ummataan to’atamuu ibsameera.

Doolaarri Ameerikaa 100, maallaqni Ugaandaa kumni 5, Paawundiin Sudaan Kibbaa, Birriin Ityoophiyaa, maallaqni biyyoota garaagaraa hedduun, akkasumas keemikaalli Dhangala’aa fi meeshaaleen biroo namoota kanneen harkatti to’atamaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment