Gaaffilee Ummataa biraa ka’anii fi furmaata isaanirratti mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaaffilee Ummataa biraa ka’anii fi furmaata isaanirratti qaama hojii raawwachiiftuu waliin mari’achaa jiraachuu ibsameera.
Gaaffileen bulchiinsa gaarii ummata biraa ka’an deebii akka argatan murannoon kan hojjetamu ta’uu miseensonni mana marichaa mirkaneessaniiru.
Gaaffilee ummata biraan ka’anii fi furmaata isaanirratti qaama hojii raawwachiiftuu manneen hojii waliin mari’atamaa jiraachuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment