Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa dabalatee kutaalee biyyoota addunyaa garagaraatti uumameera

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2012 (FBC) –Gaaddiddaawun Aduu Ityoophiyaa dabalatee kutaalee biyyoota addunyaa garagaraatti uumameera.

 

Gaaddiddaawun Aduu kun Ityoophiyaatti Wallagga Lixaadha ka’ee gama Kaabaan muldhateera.

 

Naannoo Baahir Daar Injibaaraatti %98 dukkana akka ture eerameera.

 

Laallibaa fi Naannoo Affaaritti sa’aatii garagaraa irratti mallattoo qubeelaa guutuun muldhateera.

 

Giduugala Koongootti kan ka’e gaaddidduun Aduu kun Oomaan, Yaman, Paakistaan, Hindii fi Chaayinaa qaxxaamuruun xumurri isa galaana Paakistaanidha.

 

Photo Credit: Ethiopian Press Agency


Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Comments (0)
Add Comment