Finfinnee, Hagayya 3, 2016 (FBC) – Fooyyessi Diinagdee Gooroo taasiifame qooda dameen dhuunfaa Diinagdee keessatti qabu kan guddisu ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen ibsaniiru.
Sassaabbii galii ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Obbo Ahimad Shiideen fooyyessa Diinagdee Gooroo taasiifame ilaalchisee kaffaltoota Gibiraaf ibsa taasiisaniiru.
Galiin mootummaan walitti qabaa jiru oomisha biyyaa waliigalaan yoo madaalame daran gadi aanaa ta’uu eeraniiru.
Fooyyessi Diinagdee Gooroo taasiifame qooda dameen dhuunfaa Diinagdee keessatti qabu kan guddisu ta’uu kaasaniiru.
Waggoottaan shanan darban galiin dachaa sadii oliin guddachuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Niguseen himaniiru.
Bara 2016 keessa galiin Birriin biiliyoonni 513 argamuu dubbataniiru.
Misikkir Sinaaffiqitu gabaase.
#Oromia #Ethiopia