Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Fooramiin Xaanaa 10ffaan magaalaa Bahir Daaritti gaggeeffamuu eegaleera.
Foramichi dhimmoota nageenyaa fi Tasgabbii Afrikaarratti mari’atama jedhame.
‘Sodaalee nageenyaa hir’isuu, Afrikaa rakkoolee kamiiyyuu dandamachuu dandeechu ijaaruu’ mata duree jedhuun guyyaa kaleessaa mariin Paanaalii gaggeeffamee ture.
Foramicharratti Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni biyyoota Afrikaa garaagaraa argamaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.