Fooramiin walitti hidhamiinsa Diinagdee Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuurratti xiyyeeffate hundaa’e

Finfinnee, Sadaasa 4, 2015 (FBC) – Fooramiin Diinagdee walitti hidhamiinsaa Biiznasii fi Biiznasii, mootummaa fi Biiznasii, Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuurratti xiyyeeffate hundaa’eera.

Jilli sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa kilaasteera Horataalee mootummaa naannoo Oromiyaa Dookta Girmaa Amanteen durfamuu fi Pireezidaantii mana Maree Daldalaa Jibuutii Yuusuuf Muusaa Daawaalahi fooramii waloo biyyoota lameenii jalqabsiiseera.

Fooramiin Jiibuutiitti hundaa’e kun walitti hidhamiinsa Diinagdee Ityoophiyaa fi Jibuutii cimsuurratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment