Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Fooramiin waggaa invastimantii “Invest Ethiopia 2023” Eebla 18-20, 2015 Finfinneetti gaggeeffama.
Ittaanaan Komishinaraa Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Tamasgeen Xilaahu fooramicha ilaalchisuun ibsa kennaniin kaayyoon fooramichaa filmaatawwan invastimantii Ityoophiyaan qabdu abbootii qabeenyaa idil addunyaatti beeksisuuf ta’uu dubbataniiru.
Fooramicharratti abbootiin qabeenyaa alaa 600 ol ni hirmaatuun akka eegamu eeruun, qondaaltonni sadarkaa federaalaa, naannolee fi bulchiiinsa magaalotaa carraalee invastimantii jiraanirratti abbootii qabeenyaaf ibsa ni laatu jedhameera.
Fooramichi, invastimantii alaa hawwachuuf gahee olaanaa akka qabaatu ibsuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.