Fooramiin tumsaa Yuunivarsiitiwwan sagalii fi Mootummaan Naannoo Kibbaa hundeeffame

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Fooramiin tumsaa Yuunivarsiitiwwan sagalii fi Mootummaan Naannoo Kibbaa hundeeffame.

Miseensa fooramichaa kan ta’an naannoo Kibbaatti kan argaman Yuunivasiitiwwan sagal mootummaa naannichaa waliin hundeeffama fooramicharratti mallatteessaniiru.

Fooramichi baatii 6 keessatti wayita tokko kan gaggeeffamu yoo ta’u, Itti Aanaa Preezdaanti Mootummaa naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaw fooramicha walitti qaba ta’anii akka gaggeessan ragaan dhaabbata Raadiyoo fi Televizhinii naannichaa irraa arganne ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment