Fooramiin dargaggoota guddatoo 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 21, 2016 (FBC)- Fooramiin dargaggoota fi dargaggoota guddattootaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Ministeerri Fayyaa qaamolee tumsitootaa waliin ta’uun mata duree “Tumsa cimaa, hirmaannaa dargaggootaa fi dargagoota guddatoo fayyaa fooyya’aaf” jedhuun gaggeefamaa jira.

Waltajjicharratti Ministir Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoggee Tasfaayee fi qaamoleen dhimmichi ilaallatu biroon argamaniiru.

Dargaggoonni biyya dhaaltota borii qofa utuu hintaane yeroo ammaa biyyaa boonsaa kan jiran ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment