Fooramiin Biiznasii Gamtaa Awurooppaa Mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallateesse

Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Fooramiin Biiznasii Gamtaa Awurooppaa yeroo itti aanuutti Mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallateesseera.

Ityoophiyaatti dura ta’aan Fooramii Biiznasii Gamtaa Awurooppaa Miistaar Been Dippaaraatiree Ministir deetaa Ministeera Maallaqaa Saamaareetaa Kaawaasawuu waliin waliigalticha mallateessaniiru.

Mootummaan Ityoophiyaa Fooramii Biiznasii Gamtaa Awurooppaa waliin hariiroo baroota dheeraa qabachuu ibsameera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment