Fooramiin biiznasii  Ityoo-Faransaay Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Hariiroo damee Invastimantii fi diinagdee Ityoophiyaa fi Faransaay gidduu jiru caalmaan guddisuuf Fooramiin biiznasiichaa magaalaaa Finfinneetti gaggeeffamaa kan jiru.

Fooramichi Ityoophiyaa fi Faransaay hariiroo dippiloomaasii wayita eegalaa waggaa 125ffaa sababeeffachuu kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Komishinii Invastimantii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fooramichi hariiroo diinagdee hunda galeessaa biyyoota lamaan gidduu jiru caalmaan cimsuuf kan kaayyeeffate ta’uu Komiishinarri Komiishinii Invastmantii Laalisee Nameen himaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment