Fooramiin biizinasii Ityoo-Hindii gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Fooramiin biizinasii Ityoo-Hindii gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramicharratti jilli Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin durfamu hirmaachaa jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment