Finfinneetti waltajjiin hoggansaa haala waqtaawaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waltajjiin hoggansa olaanoo dhimmoota waqtaawaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.

Waltajjichi bu’aalee gama diinagdee, Diimookiraasii fi damee Dippiloomaasiin argame cimsuuf kallattii jiru irratti kan mari’atu ta’uu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Finfinnee Obbo Mallas Alamuun ibsnaiiru.

Tokkummaan birmadummaa fi bilisummaa biyyaarratti mul’ate hojiilee misoomaan dabalamuu akka qabu Obbo Mallas eeraniiru.

Gaaffii Uummaataa deebiisuuf dhimmoota waadaan galame milkeessuu fi hudhaalee muula’atan, akkasumas furmaata isaanii ilaalchisee kan mari’atamu ta’uus ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment