Finfinneetti tajaajilli dabarsa qabeenyaa dhaabbii yeroof dhaabbate

Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Bulchiinsaa magaalaa Finfinneetti tajaajilli dabarsa qabeenya dhaabbii yeroof dhaabbachuu Waajjirri Kantiibaa Magaalichaa Beeksise.

Waajira Kantiibaatti Itti Gaafatamaan Damee Dhimmoota Kaabinee Obbo Biiniyaam Mikiruu FBC’f akka ibsanitti, Magaalaa Finfinneetti Sadaasa 29, 2015 eegalee tajaajilli dabarsa qabeenyaa dhaabbii kamuu yeroof dhorkameera.

Kutaalee magaalichaa hundaa fi qaamoleen dhimmichi ilaallatu murtoo darbe hojiirraa akka oolchan ajaji darbuu eerameera.

Malaakuu Gaddiftu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment