Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifame

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Finfinneetti sirreeffamni Taarifa Geejjiba Tajaajila ummataa taasifamuu Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee beeksiise.

Sirreeffamni kun boru Onkololeessa 20, 2016 eegalee hojiirra kan oolu ta’uu ibseera.

Konkolaattoonni tajaajila Geejjibaa kennaan hundi taarifa haaraa ba’e kana qofaan tajaajila kennuu akka qaban hubachiiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment