Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti qormaanni kutaa 6ffaa kennamuu eegaluu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksiise.
Magaalichatti barattoonni kuma 86 ol wiirtuulee qormaataa 183 keessatti qormaaticha fudhaachaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalicha Dooktar Zalaalam Mulaatuun ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment