Finfinnee, Waxabajjii 25, 2014 (FBC) – Finfinneetti pirojektin bishaanii, bishaan meetirik kiyuubii kuma 86 maddisisu guyyaa boruu ni eebbifama.
Pirojektichi baajataa Bulchiinsi Magalaa Finfinnee ramade Birrii biiliyoona 4.2’n kan hojjetame pirojektii bishaan lafa jalaa guddichaa ta’uun eerameera.
Pirojektiin bishaanii kun jiraattota kuma 860 fayyadamtoota ni taasisa jedhamuu ragaan Waajjiraa Kantiibaa Magaala Finfinneerraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.