Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Koolleejji Ogummaa fi Teeknikaa fi Biiroo Misoomaa Teeknooloojii Finfinnee jalatti kan argamu Koolleejjiin Ogummaa fi Teeknikaa deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 23 olitti tilmaamamuu Raayyaa Ittisa Biyyaaf laateera.
Deeggarsichi adda waraanaa Dasseetti argamuun laatamuu ragaan Waajjira Prees Sekreetaariiyaat magaalaa Finfinneerra argame ni muul’dhisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.