Finfinneetti Fulbaana 9,2015 barnoonni ni eegala

Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Fulbaana 9,2015 adeemsi baruu fi barsiisuu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise.

Barnoota eegaluuf qophii taasiifame ilaalchisee Hogganaan Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinnee Dooktar Zalaalam Mulaatuun ibsa laataniiru.

Adeemsi baruu fi barsiisuu bu’aa qabeessa akka ta’u qophiin barbaachisu xumuruu ibsaniiru.

Manneen barnootaa mijataa taasiisuu eegalee qophiin barbaachisu hundi xumuramuu eeraniiru.

Maddi:- TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment