Finfinneetti duulli talaallii dhibee Saree maraattee eegale

Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti duulli talaallii dhibee Saree maraattee eegalamuu ibsameera.

Duula kanaan Siroota abbaa hin qabne kuma 16 oliif talaalliin kan kennamu ta’uu eerameera.

Talaalliin kun dhaabbata gargaarsaa V.S. F Jarmanii jedhamu waliin ta’uun kennama jedhamuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment