Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 904 eeyyamni Invastimantii haaraan laatame

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti abbootii qabeenyaa kuma 2 fi 904 eeyyamni Invastimantii haaraan laatamuu Komishiniin Invastimantii magaalichaa beeksiise.

Dabalataan Abbootii qabeenyaa kuma 1 fi 854 eeyyama haaromsaa fi 232f ammoo eeyyama babal’isuu laachuu ibseera.

Tajaajila adda addaa abbootii qabeenyaa misoomawaaf laatameen Galiin Birriin miiliyoonni 26.4 walitti qabamuu eerera.

Tajaajilamtoonni iddoo jiranitti Onlaayiniin tajaajila argachuu kan danda’a ta’uu himeera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment