Finfinnee, Waxabajjii 12, 2013 (FBC) – Filannoon marsaa 6ffaa karaa nagaan akka xumuramuu qophii barbaachisu taasiisuu Komishiniin Poolisii Dirree Dawaa beeksiseera.
Filannoo dura, wayita filannoo fi filannoo booda rakkoon Nageenyaa akka hin muudannee qaamoleen nageenyaa qaama dhimmi ilaallatu waliin ta’uun qophii duraa xumuruun gara hojiitti galuu Komishinarri Komishinii Poolisii magaalichaa Alamuu Margaan ibsaniiru.
Filannoon marsaa 6ffaan rakkoo nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka xumuramu Poolisiin ummata waliin qindoominaan akka hojjetu Komishinar Alamuun gaafataniiru.
Saaraa Makonniintu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Https://T.Me/Afanoromofana
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii Fanabc.Com/Afaanoromoo
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.