Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Filannoon bara kana Diimookraatawaa, haqa qabeessaa fi bilisaan akka gaggeeffamu ni hojjetama jedhan.
Haala kamiiyyuu keessa taanee Filannoon ni gaggeeffama jedhan.
Filannoo yoo moo’anne haqummaan ni gaggeessine, moo’atamnaan ammoo karaa nagaan aangoo dabarsuuf qophiidha jedhan.
Paartileen Siyaasaa filannoo keessatti akka hirmaatan deeggarsi barbaachisu ni taasiifama.
Yaa ta’uutii paartileen tokko tokko gamanumaan filannoo keessatti hin hirmaannu jechuun filannoo keessa ba’uun sirrii miti jedhan.
Dooktar Abiy gaaffiilee miseensota mana maree bakka bu’oota ummataraa ka’aniif deebii bal’aa erga laatani booda walga’ichi karoora waggaa 10 biyyattii sagalee guutuun raggaasiisuun xummurameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.