Filannoo nagaa qabeessa gaggeessuuf qophiin xumurameera- Mootummaa Naannoo Hararii

Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa naannoo Hararii filannoo nagaa qabeessa gaggeessuuf qophii xumuruu beeksiseera.
Naannichatti filannoo nagaa qabeessa, diimokiraatawaa, haqa qabeessaa fi bilisa gaggeessuuf qophiin xumuramuun gara hojiitti galamuu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badrii ibsaniiru.
Obbo Oordiin filannoon naannichatti gaggeeffamu nagaa qabeessa, amanamaa fi haqa qabeessummaa isaa eegee akka gaggeeffamuuf qamolee nageenyaa naannichaa waliin mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment