Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa Amfii eebbisiisan

Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Giddugala Leenjii Ajaja Bahaan kan ijaarame Tiyaatira Garbaasaa Amfii eebbisiisaniiru.

Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Guyyaa Hundeeffama Ajaja Bahaa Raayyaa Ittisaa waggaa 47ffaa kabajuuf Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa galuun kan yaadatamuudha.

Guyyichi sagantaalee garaagaraan kan kabajamu yoo ta’uu, galmi Tiyaatiraa Amfii giddugalichaan ijaarame eebbifameera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment