Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan bu’uuraalee misooma odeeffannoo Raayyaa Ittisaa ijaarame eebbisiisan

Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) – Itaamaajooriin Humna Waraanaa Waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan bu’uuraalee misooma giddu gala odeeffannoo Raayyaa Ittisaa ijaarame eebbisiisuun hojii eegalchiisan.

Fiilda Maarshaal Birhaanuu Juulaa Dabalatee qondaantoonni Waraanaa fi miseensonni Raayyaa Ittisaa sirna eebbichaarratti argamaniiru.

Guyyaan Raayyaa Ittisaa 116ffaan Onkololeessa 15, 2016 qophiilee garaagaraan ni kabajama jedhame

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment