Fiigichi guddichi Ityoophiyaa 2013 nagaan xumuramuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Fiigichi guddichi Ityoophiyaa 20ffaan nagaa xumuramuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Dorgommichi nagaa xumuramuusaaf jiraattoota magaalichaa, miseensoota komishinii poolisii magaalaa Finfinnee, poolisii federaalaa fi qaamoleen nageenyaa biroo akkasumaas qopheesitoota qophichaaf shooraa isaan ba’atanii komishinichi galateffateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment