Fiigichi guddaan yeroo 22ffaaf Finifinneetti gaggeeffame nagaan xumuramu Poolisiin beeksise

Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Fiigichi guddaan Ityoophiyaa yeroo 22ffaaf Finifinneetti gaggeeffame nagaan xumuramu Poolisiin magaalichaa beeksiseera.

Poolisiin Magaalaa Finfinnee fiigichi namoota hedduu hirmaachise kun nagaan akka xumuramu qaamolee qooda qaban hunda galateeffateera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment